Ergaa Arrifachiisa Irreecha

Ergaa Arrifachiisa
Ayyaana Irreecha Irrattii,

Namoonni Iddoo Itti Rakkoo Nageenya argee Odeefannoo Kennu akka  qabu dhaamaniru,
Ayyaanni Irreechaa Nagaan Akka kabajamuuf Qaamoleen Nageenyaa Hojiitti Galuu, Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Beeksise.

Fulbaana 23,2016.
Irreechi Hora Finfinnee Baranaa karaa Duudhaasaa Eeggateen Nagaan Akka Kabajamuuf Qaamoleen Nageenyaa Hojiitti Galuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Beeksiseera, 


"I/A/Komishinara Police Federala Ethiopia🇪🇹
Komishiner Maleku Fenta

Ayyaanichi karaa nagaan kabajamee akka xumuramuuf akkuma yeroo kamiiyyuu Uummanni tumsa Barbaachisu taasisuu qabas jedhame,

Hawaasni wantoota nama shakkisiisan yoo arge karaa toora bilbilaa  011-1-26-43-59, 011-5-52-63-02/03, 011-5-52-40-77, 011-5-54-36-78 fi 011-5-54-36-81 Akkasumas karaa Bilbila Bilisaa 987, 991 fi 816'n Odeeffannoo kennuun itti Gaafatamummaa irraa Eegamu Ba'uu Akka Qabus  Ibsani Jirani. 

Comments

Popular posts from this blog

SEENA ARTIST HALLOO DAWWEE

R. I. P🙏 Artist Halloo Dawwee

Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa, Irreechaf Dhamsa Dabarsaniiruu...