Kanuma
Seenaa qabsoo oromoo keessatti namni qabsoo Oromoo bosona baasee magaala Galche Abiy Ahmed Ali ti. Dhugaa kanaa waliif galchina! Dur #ABOn olaantummaan Sirnaa #Fiwudaalaa akka burkutaa'uu fi Sirnii faashiiati #TPLF akka cabuuf qabsa'a turee
Kana lamaan iyyuu godhuu kan danda'ee #Abbichuudha! ammaa tooftaa gad fagoodhaan oromoo Angomsaa jira. Hoogansa yeroon barbaadu, kan yeroodhaan argamee! Huge respect ‼️
Oromia Prosperity Party / OPP /
Comments
Post a Comment