Posts

Dhaamsa PMNO Kabajamoo obbo Shimelis Abdisa guyyaa hardhaa keessaa.

Image
Dhaamsa PMNO Kabajamoo obbo Shimelis Abdisa guyyaa hardhaa keessaa. Piresdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo #Shimallis_Abdiisaa guyyaa hardhaa sagantaa marii gaggeeffame irratti ergaawwan gurguddoo dabarsaniiru. Isaan keessaa muraasni: https://www.facebook.com/100064166611540/posts/724487826366765/?app=fbl 1. Shaggar ilaalchisuun: Magaalli Shaggar kaayyon hundeeffamteef diinagdee Oromoo utubuuf akkuma taate kana hojiirra oolchuudhaaf haala adda taheen hojjatamaa jiraachuu. Komiin hanga ammaa Shaggar irratti ka'aa jiruuf, Shaggar hanga ammatti hojii akka hin eegalle ibsuun gaafa hojiin eegalamu haala adda taheen kan hojjatamu tahuu ibsaniiru. 2. Dargaggoonni Oromoo waan qaban qusachaa diinagdee irratti xiyyeeffachuun akka hojjatan, mootummaan diinagdee dargaggootaa cimsuuf xiyyeeffannoo addaa kennee bara 2016 irraa eegaluun kan hojjatu tahuu. Dargaggoonni Oromoo carraa kamittuu fayyadamuun diinagdeen of cimsuuf cichoominaan akka hojjachuu qaban dhaaman. 3. Diinagde...

Kottaa Ofis baraa, Walis baraa

Image
#Wal_barnoota_Gaarii, #Sheikh_MuussaaSuaalaa Wajjin.........? #Hidda_Laatinsa_Oromoo hanga Aadam Abbaa keenya kan Jalqabaa Addunyarra dhufeetti,  https://youtu.be/QpwSDsCOfcY Walbarnoota Gaarii, Sheikh Muussaa Suaalaa Hidda Laatinsa Oromoo Hanga Aadamitti Baruu feenan Kunooti Hayyuun Sheikha Shekkowwanii, #Sheikh_Muussaa_Suaalaa Obsam dawwadhaa? Kottaa ofis baraa, Walis baraa, Dhalootas Barsiisa. Dhalootaf olkaa'aa #Fakkeenyaf :Ani Abdi Amin, Bakar, jedhama? Abdi kan Amin, Amin Kan Bakar, bakar kan Mummiyyooti, Mummiyyoo kan Haashiiti, Haashi kan Hadarii, Hadar kan Ibrahim, Ibrahim kan Ererii, Erer kan Biftuuti, Biftuun kan Karrayyuuti, Karrayyuu kan Sirbaati, Sirbaan kan Abbadhooti, Abbaadho kan Alaati, Alaa kan Qallooti, Qalloo kan Bareentooti, Bareentoo kan Oromooti, Oromoon kan Xabbooti, Xabbo kan Waaqooti, Waaqo kan....

BreakingNews😂

Image
ደሴ ከተማ‼ በደሴ ከተማ አስተዳደር 14 የእጅ ቦንቦችን ይዘው ለጥፋት ተልዕኮ ሲንቀሳቀሱ የተገኙ ሰባት ተጠርጣሪዎች በቁጥጥር ሥር መዋላቸውን የደቡብ ወሎ ዞንና ደሴ ከተማ አስተዳደር ኮማንድ ፖስት አስታውቋል፡፡ተጠርጣሪዎች የእጅ ቦንቦቹን በውሃ ማንቆርቆሪያ፣ በፌስታልና በሌሎች ቁሳቁስ ደብቀው ሲንቀሳቀሱ ከህብረተሰቡ በተሰጠ ጥቆማ መሰረት መያዛቸው ተገልጧል።

Biyyoonni Addunya Ameerika Mohufii

Image
Biyyoonni Addunyaa Ameerikaa moohuuf, Waraana Dirree Ameerikaa irra geessuu qabu. Biyyoonni Addunyaa hedduun Ameerikaan kan wal lolu dirree ofii irrattiii fi Dirree Biyyoota biroo irrattiidha. Garuu Ameerikaan Dirreen Waraanaa biyya ishii Ameerikaa irratti yoo Uumame salphaatti injifatamti. Sababni isaa Ummanni Ameerikaa akka Ummataa fi Biyyaatti Waggaa 250 oliif waraana argee hin beeku. Ameerikaan Wataaddara ishii malee Ummanni ishii Wal waraansa  hin beeku. Kanaan Dura 9/11 yeroo fooqiin ykn Gamoon tokko gubatu Ameerikaan guutuun hamma collapse godhu gahe guyyoota muraasaaf. Osoo Biyyoonni Addunyaa biroo Wal waraansa Dirree Ameerikaa geessanii Ummanni isaa ni diigama. Ummanni Ameerikaa, akka Ummata Russia waraana hin beeku. Akka Ummata Addunyaa biroo Waraanni irratti tahee hin beeku. Waraanni Addunyaa 1ffaa fi 2ffaaniis, Waraanaawwan sana boodaas achitti hin taane. Erga Ameerikaan Sivil waariitii waraana hin beekan. Kanaaf Biyyoonni Addunyaa biroo Ameerikaa injifachuu...

SEENA ARTIST HALLOO DAWWEE

Image
SEENAA GABAABAA ART. HALOO DAAWWEE Artiist Haloo Daawwee Wallistuu fi Qabsooftu miirga dhala namaa kan taate Hangafa Artistoota Oromoo adda durummaan eeraman keessaa tokko dha. https://www.youtube.com/live/W6J8YISu1po?si=J29lkP-HW20KJB4-  Magaalaa Dirree Dhawaatti dhalattee kan guddatte weellistuu Haloo Daawwee umrii ishee wagga 15'tti gara hojii aartiitti kan seente. Guddina aartii Oromoof aarsaa guddaa nama kafaltee dha. Waggoota 40 oliifis sirboota adda addaa dhuunfaadhaan kaaseeta 10, kan namoota waliinii kaaseeta 13 walumaagalatti sirboota kaaseeta 23 tahan nama hojjatte dha. Yeroo sanatti magaala Dirreedhawaatti baandii Afran Qalloo booda kan hundaa’e 'Hawwisoo Biiftuu Biyya Teenyaa' jedhamu keessatti sirba jalqabde. Sirnoota darban keessatti dhiibbaan Afaan Oromoo irra gahu hojii aartii kana keessa akka seentee. Gaafa "Afaan Oromoo Raadiyoo cabsa jedhamee sanatti, nama animmoo mee akkuma inni cabsun ilaala jedhee sirbatti seente fi aartii keessatti g...

R. I. P🙏 Artist Halloo Dawwee

Image
My deepest condolences on the loss of the esteemed Oromo artist Haloo Daawwee. Her significant contributions to both Oromo's political struggle and art development will forever be remembered. She will live on eternally through her works, which continue to inspire and uplift . May she rest in peace, and may her enduring legacy serve as a beacon of inspiration. Nagaan boqodhu!

🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

Image
የመደመር ዕሳቤ የኛ ነው።ያመነጩትም ሆነ ያዳበሩት ገባሮቹ ሁለት ናቸው።አንዱ በዘመናት ታሪካችን ውስጥ የነበሩና ያሉ ሀገራዊ ባህሎቻችን አምጠው የወለዷቸውና የህብረተሰባችን የልብ ትርታ የተቃኘባቸው ዕሴቶቻችን ሲሆኑ፣ሌላው ደግሞ የተፈጥሮ ሕግ ነው።ለዚህም ነው ለቁልፍ ችግሮቻችን ቁልፍ መፍትሄዎችን እንደሚያቀብል የማምነው።  የመደመር እሳቤ በእኔ ውስጥ ይበልጥ እየበሰለና ፍልስፍናዊ ቅርፅ እየያዘ የመጣው በተለያየ ወቅት በሐላፊነት በሰራሁባቸው ተቋማት አስተሳሰቡ የአመራር እሴትና ተቋማዊ ባህል ግንባታ አካል እንዲሆን ማድረግ ከቻልኩ በኋላ ነው። በተለይም ኢመደኤን በማቋቋም ሂደትና ከተቀቋመ በኋላም በቆየሁባቸው አመታት(ከ1999 እስከ 2002 ዓም)መደመር ቁልፍ ተቋማዊ እሴት እንዲሆን ብሎም ከሀገር ውስጥና ውጪ ሀገር ተቋማት ጋር የሚኖረን ግንኙነት በዚሁ መንፈስ እንዲቃኝ ለማድረግና ለውጥ ለማምጣት ጥሬያለው።  በበርካታ ተቋማት ውስጥ በነበረኝ ቆይታ አስተሳሰቡ ተቋማዊ ንብረትንና ተስፋን በመፍጠር የተቋማቱ ሰራተኞች በከፍተኛ ተነሳሽነት ሌት ተቀን እንዲሰሩ እና በሀገር ፍቅር ስሜት የየበኩላቸውን እንዲያበረክቱ ማድረግ መቻሉን በተጨባጭ ለማየት ችያለው።  መደመር ገፅ lll